Home
Categories
EXPLORE
True Crime
Comedy
Society & Culture
Business
Sports
TV & Film
Health & Fitness
About Us
Contact Us
Copyright
© 2024 PodJoint
00:00 / 00:00
Sign in

or

Don't have an account?
Sign up
Forgot password
https://is1-ssl.mzstatic.com/image/thumb/Podcasts221/v4/b3/fa/6d/b3fa6d9f-3c94-43b6-7f00-3cf7faaed366/mza_16025112698217196531.jpg/600x600bb.jpg
Lawyer Hasen Mh Podcast
Hasen Mh Hassen
22 episodes
1 week ago
Kuunii sagalee Abuukaatoo fi Gorsaa Seeraa Hasen Mh FM Podcast kan tora spotify kallatidhaan tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm kenya kallaattidhaan hordoofuuf linkii https://lawyerhasen.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii Lawyer Hasen Mh FM jechuun search goochun Sagalee kenya dhageffachuun baasii tokkoo malee boohartidhan bekkumsa seeraa kessan gabbifachuu dandeessuu. ይህ የጅማ ዞን አቃቤ ህግ ፅህፈት ቤት የFM ድምፅ ነው። ስርጭታችንን ለማዳመጥ የፅፈት ቤቱን ኦፊሴላዊ ድህረገፅ www.mhaagj.org በመጠቀም አልያም በጎግል Jimmaa Attorney Fm ብለው በመፈለግ ያገኙናል። ስርጭታችንን በማድመጦ እየተዝናኑ የህግ አውቀቶትን ያዳብራሉ። Jimma Attorney FM
Show more...
True Crime
RSS
All content for Lawyer Hasen Mh Podcast is the property of Hasen Mh Hassen and is served directly from their servers with no modification, redirects, or rehosting. The podcast is not affiliated with or endorsed by Podjoint in any way.
Kuunii sagalee Abuukaatoo fi Gorsaa Seeraa Hasen Mh FM Podcast kan tora spotify kallatidhaan tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm kenya kallaattidhaan hordoofuuf linkii https://lawyerhasen.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii Lawyer Hasen Mh FM jechuun search goochun Sagalee kenya dhageffachuun baasii tokkoo malee boohartidhan bekkumsa seeraa kessan gabbifachuu dandeessuu. ይህ የጅማ ዞን አቃቤ ህግ ፅህፈት ቤት የFM ድምፅ ነው። ስርጭታችንን ለማዳመጥ የፅፈት ቤቱን ኦፊሴላዊ ድህረገፅ www.mhaagj.org በመጠቀም አልያም በጎግል Jimmaa Attorney Fm ብለው በመፈለግ ያገኙናል። ስርጭታችንን በማድመጦ እየተዝናኑ የህግ አውቀቶትን ያዳብራሉ። Jimma Attorney FM
Show more...
True Crime
https://d3t3ozftmdmh3i.cloudfront.net/production/podcast_uploaded_episode/13688110/13688110-1641395792510-82f7fd7d58432.jpg
Sagantaa Xinxala Murtii dhadacha Ijibbaata Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'en kennamee Seera Yakkaa MFDRI Kewwata 555 (c) fi 556 walbira qabuun qophii qophaa'ee kutaa 1ffaa. 4/27/2014
Lawyer Hasen Mh Podcast
46 minutes 51 seconds
3 years ago
Sagantaa Xinxala Murtii dhadacha Ijibbaata Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'en kennamee Seera Yakkaa MFDRI Kewwata 555 (c) fi 556 walbira qabuun qophii qophaa'ee kutaa 1ffaa. 4/27/2014
qophii har’aatin dhimma murtii dhaddacha ijibbaataa Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'e irrattii taasifamee. Seera Yakkaa bara 1996 bahee kewwata 555 fi 556 bu'uura seera yakkaa biyya keenyaa jalatti kaa'ameen maal fakkaata jedhu irratti kan qophaa'ee yoo ta'u gaaffileen qophii kanaan hubannoo umuuf yaalamus ; · Maalummaan miidhaa qaamaa cimaa fi salphaa itti yaadamee raawwatamuu seera yakkaa keenya jalatti haala kamiin ibsama.? · Dhimma Namni yakki miidhaa qaamaa irratti raawwatamee lafeen isaa cabee fi cabuun isaas mana yaalaan mirkanaa’e ragaan mana yaalaa dhiyaate, kan kufuu qabu S/Y RDFI kwt 555(c) jalatti moo 556(1) jalatti ?miidhaa qaamaa cimaaa 555(c) jalatti himata banuuf yakkichi meeshaan raawwatamuu fi haala biraan raawwatamuun ulaagaa dha ? kan jedhu dha. · Garaagarummaan kwt seera yakkaa 555 fi 556(1),556(2)a,b fi c maali ? Dhimmota jedham irrattii hubannoo isinif kennina. tamsaasa fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa dhaggeffachuuf 1. websaayiitii waajjira abbaa alangaa godina jiimmaa 2. Apple podcast f 3. Itune  4. BBC podcast 5. Google podcast fayyadamuun  6. Marsaririlee podcast ittii tamsaafaman kan biroo fayyadamuun tamsaas kenya dhaggeffachuuf (jimmaa attorney fm jechuun google yoo gootan ykn fm mhaagj jechuun seatch yoo gootan tamsaasa kenya marsariitiilee 15 ol jiran jalatti ni argattuu.) Walin taanee hojimaataa waajjira kenyaa qaroomsuun dhaqqabamummaa kenya haa mirkanessiinuu jechaa hundii kessanuu ergaa kana fula facebook telegraamaa fi kkf irrattii sher gochuun tamsaasnii kenya nama hedduu biraan akka geettan isinif dhaamna Hasen Mh Hassen Abbas Alangaa Godina Jimmaa. Jimmaa Oromia