Biyya ofii dhiisanii bahuun waa hedduu qabaachuu mala; hamaa dhas; gaariidhas. Hireen kun yoo deeggarsa argate gaarii t'a' yoo deegagrsa dhabe immoo ni hammaata!
Deeggarsa waliif goonee, hiree keenya gaaromfachuu dandeenya!
Advocacy for Oromia
Abdii keessan guddisuu barbaaddu? Egaa gara tamsaasa Poodkaastii A4O koottaa!