All content for SBS Afaan Oromoo is the property of SBS and is served directly from their servers
with no modification, redirects, or rehosting. The podcast is not affiliated with or endorsed by Podjoint in any way.
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
What is forced marriage and what support is available in Australia? - Gaa’elli (fuudhaa fi heerumni) humnaa maal? Australia keessa gargaarsa akkamtiitu kennama?
SBS Afaan Oromoo
16 minutes 32 seconds
1 month ago
What is forced marriage and what support is available in Australia? - Gaa’elli (fuudhaa fi heerumni) humnaa maal? Australia keessa gargaarsa akkamtiitu kennama?
A forced marriage occurs when one or both individuals do not consent freely, often due to threats, coercion, deception, or if they are under 16 or those with mental incapacities. No matter how long you've been living here, it's vital to know: You have the right to choose who you marry. In this episode, we'll explore the difference between arranged and forced marriage and where you can turn for help if you or someone you know is affected. - Gaa’elli humnaa kan uumamu yoo namni tokko ykn lamaan isaanii bilisaan hayyama hin kennine, yeroo hedduu sababa doorsisa, dirqisiisuu, gowwoomsaa ykn yoo umuriin isaanii 16 gadi ta’e ykn dandeettiin sammuu isaanii murtoo gaarii fudhachuuf bilchina hin qabnefaa mudata. Biyya kana keessa hagam yoo jiraatte iyyuu, nama gaa’elaaf siif tahu filachuuf mirga guutuu akka qabdu beekuun waajiba. Har’a, garaagartummaa gaa’ela maatiin mijeessamuu fi gaa’ela humnaa gidduu jiru akkasumas yoo ofii keetiif ykn namni biraa haalli kun mudate eessaa gargaarsa akka argattan ibsama.
SBS Afaan Oromoo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.