Home
Categories
EXPLORE
True Crime
Comedy
Society & Culture
Business
News
Sports
TV & Film
About Us
Contact Us
Copyright
© 2024 PodJoint
00:00 / 00:00
Sign in

or

Don't have an account?
Sign up
Forgot password
https://is1-ssl.mzstatic.com/image/thumb/Podcasts211/v4/b1/68/a5/b168a56e-ac37-8519-ec8e-f2d2138b83de/mza_14365948273344237368.jpg/600x600bb.jpg
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
CHALA ABATE
226 episodes
1 week ago
Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG kana karaa Zoom miseensota ABO biyya keessaa fi addunyaa guutuuu irra jiran gamtaan kan ayyaaneffatan yommuu ta’u, sagantaaleen skal barnootaa fi ibsi baayyeen kennamee ture. Sagaleen armaan gaditti caqasuuf deemtan kanneen guyyaa kana barnootaa fi Ibsa garagaraa laatanii dha. Sagaleen caqasuuf deemtan kunis: J/ Gaashuu Lammeessaa, Amaan Filee Lammii Beenyaa, Daawit Abdataa, Caalaa Hayiluu, Prof. Moosisaa Aagaa, Dr. Baaroo Qannoo fi jaal Yaddii ( Gamteessaa Boruu) ...
Show more...
Philosophy
Society & Culture
RSS
All content for Egeree Oromiyaa- EOs Podcast is the property of CHALA ABATE and is served directly from their servers with no modification, redirects, or rehosting. The podcast is not affiliated with or endorsed by Podjoint in any way.
Yaadannoo Waggaa 20ffaa FDG kana karaa Zoom miseensota ABO biyya keessaa fi addunyaa guutuuu irra jiran gamtaan kan ayyaaneffatan yommuu ta’u, sagantaaleen skal barnootaa fi ibsi baayyeen kennamee ture. Sagaleen armaan gaditti caqasuuf deemtan kanneen guyyaa kana barnootaa fi Ibsa garagaraa laatanii dha. Sagaleen caqasuuf deemtan kunis: J/ Gaashuu Lammeessaa, Amaan Filee Lammii Beenyaa, Daawit Abdataa, Caalaa Hayiluu, Prof. Moosisaa Aagaa, Dr. Baaroo Qannoo fi jaal Yaddii ( Gamteessaa Boruu) ...
Show more...
Philosophy
Society & Culture
https://storage.buzzsprout.com/78dkx6wkhoxl0tiwt62r2hmwqewy?.jpg
Qabsoo Bilisummaa Oromootti Maaltu gufuu ta’aa Ture/ ammas itti jira? Marii Dr. Dassuu Nagarii Guyyoo waliin goone caqasaa
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
44 minutes
3 months ago
Qabsoo Bilisummaa Oromootti Maaltu gufuu ta’aa Ture/ ammas itti jira? Marii Dr. Dassuu Nagarii Guyyoo waliin goone caqasaa
aanaa2013@gmail.com Seensaf: kitaaba Sacred Knowledge Traditions of the Oromo of the Horn of Africa: Dr. Gammachuu Magarsaa kufaatii Mootii H/ Sillaasee booda Sayyootti akka hojjataa di daarikteera dhimma lafaa ( LAND TO TILLER) raawwachiisstti ramadamee yeroo deeme waliin dubbii akaaka isaanii Ruda Kuraa, Akaakayyuu Gammachuu Magarsaa waliin taasisan ilalla. Dr. GM : Laal dhaloota keenya , Laal waan nwaan nuti hojjannee arganne, sirna sin dadhabdan kan sin miidhaa b...